Garaa Irraa Duaa Xiqqoo :)
Yaa Rabbii, ani du'aa kana lubbuu kamiifuu kan ishee argamuuf ol kaasa. Guyyi isaanii karaa bareedaa ta'een haa deebi'u, yoo isaan soomaa jiraatanis, isaan irraa haa qeebaltu. Dhiifama isaaniif haa roobduu, hanga kitaabni hojii gadhee kan isaanii tuqaa tokko malee haa ta'u ❤️