Subhanahu wa ta'ala fi azza wa jal jechuun gargar baasuu maali?
Assalaamu alaykum, yeroo baay'ee Rabbiin yeroo ibsinu, yeroo tokko tokko 'subhanahu wa ta'ala' yookiin 'azza wa jal' jenna. Gargar baasuun isaanii maal akka ta'e namaaf ibsuu danda'aa? Lamaanuu faarsaa akka ta'an beekadha, garuu yoom isa kam fayyadamuu qabna? Jazaakallaahu khayran!