Qur'aana keessatti Kakaa Rabbiin: Maal Jechuu?
Assalamu alaikum wa rahmatullah, ani tafsir qu'achuuf yaalaa jira, yeroo tokko tokko Rabbiin maqaa Isaa malee wantoota birootiin kakatu, akka Surah Al-Fajr keessatti "Walfajr" jedhu. Namni kamiyyuu hikkaa isaa beeka? Jazakum Allahu khairan.