Ji'a eebbifame!
Namni hundi yeroo tawbaa fi soomana dabalataa Muhaarram keessatti, keessattuu guyyaa Ashuraa argachuu haa danda'u. Eenyuutu soomafa guyyaa 9ffaa fi 10ffaa qabachuuf karoorfate?
Ji'aa Muharram
Ji'aa Muharram ji'aa jalqabaa waggaa kaaleendara Muslimaati. Inni ji'oota dhorkaman keessaa tokko yoo ta'u, waraanaaf, haaloo dhiigaafi wantoota fakkaataniif dhorkama.