Ashura Soomana Dhabuu Irratti Gaddaa Ta'uu
Assalamu alaikum, hundumaa. Suhooriif ka'e, har'a soomanuuf hawwii guddaan qaba ture, garuu tasa garaa fi kalee keessatti dhukkubbiin cimaa ta'e natti dhufe. Ni kutaallee hin dandeenye. Dhukkubichi ammallee jira. Ashura soomana irraa eebba dhabuu kootti baay'ee gadda. Maaloo du'a natti godhaa.