Jimaata Baraakeffamaa
Salaamni, rahmanniifi barakaan Rabbii isin irra haa jiraatu, jimaanni baraakeffamaa hunda keessaniif haa ta'u. Rabbiin kadhannaa gaarii nuufi isin irraa haa qeebalu, badiiwwaniifi dogoggoraawwan nuuf haa araaramu, namoota miidhaa ykn rakkina irraa jiranis haa eegu. Aamiin ya Rabbi.