Nutti gaarii nuuf kadhaa
Asalaamaa alaykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Daqiiqaa tokko fudhattee maatiikeenyaaf fooyya'iinsaafi bal'inaaf kadhaa. Nuti miidhaa rakkisaa keessa jirraa, deeggarsa kadhannaatiin isin barbaachifna. Rabbiin gaarii isinif haa kaffalu